YAADA

YAADA  Ilaalcha Gaarii Jireenya Mo’ataaf | Chanaalii jedhuun YOUTUBE irraatti qophii barsiisoo fi jajjabeessoo ta’an isiniif qabadhee dhihaadheera … Na Ordoofaa 

MUL;ATNI KEENYA

Dhaloota Ofiitti Amanamummaa qabu fi ILAALCHA Gaarii qabu bara 2022tti arguu dha

ERGAMNI KEENYA

Dargaggootaa Dadammaksuu,Akeekuu(Agarsiisuu) Fi Barsiisuu Dha.

XIYYEEFFAANNOO

Dargaggoota, Baraatoota, Maatii fi Abbootii qabeenya fi k.k.f fa'a

TAJAAJILLI GOORSAA NUTI KEENNINU

#1

ILAALCHA GAARII

Kaayyoon keenya inni guddaan dhaloota ILAALCHA GAARII qabu fi Ofiitti amanamuummaa guddaan jireenya isa mo’achuun Ofiisa, Maatiisaa, Biyyaasa fi Addunyaa jijjiiruu Omiishuu dha.

Kanaaf Nutis Barnoota dhimmaa kana irraatti keenninu kana hordoofuun Jireenya keessan irraatti jijjiirama ammas in jedhamne galmeesiisu ni dandeessu… Nu Hordoofaa

#2

HOJII UUMUU

Jaarraa ammaa keessa jirru keessa lakkoofsi Namoota Hojii Uumuun adduunyaarratti gahee guddaa qaban hedduumaate jira.. kanaaf nutis dhaloota QUUBEE kana barnoota hojii Uumtummaa barsiisuun adduunya waliin wal barsiisuun kaayyoo keenya isa jalqabaatii.

Maarree isiinis barnoota nuti karaa Chanaalii Youtube fi Fuulaa Facebook akkasumas Telegram keenyaan dabarsiinu hunda dabaree dabareen hordoofuu hin dagatiina.

#3

BIZINEESII

Dhalli Nama kamiyyuu guyyaa guyyaan jireenya isaa keessatti osoo hin Bitiin, Hin Gurguriin jireenya isaa gara fuulaa duraatti adeemsisu hin danda’u,

Hunduumtuu Gabaatti kan dhiheessuu qabeenya qaba kana jechuun immoo (Namni garii Beekumsa fi Dandeetti  Isa Gurguura, Kan Kalaqaa fi Humnasa Gurguura, Kaanimmoo Qabeenya fi Oomiisha Isa gabaatti dhiheeffata) jechuu dha.

Kanaaf jaallannes jibbinees hundii keenya Bizineesii keessa jirra jechuu dha. Nutis akka dhaabbataatti kana hubaanne akkamiin Bizineesiitti Milkoofna isaa jedhu barnoota barbaachisoo ta’an Ogeessa dhimma kana qoratan waliin isiniif dhiheesina. Nu Hordoofa.

#4

MAATII

Maatiin dhala namaaf kenna Waaqayyoo kenne isa jalqabaati, kanaaf maatiin bu’uraa dhala namaatti jechuun ni danda’ama, Dhibbaa Maatiin Ijoollee isaanii irratti fidan ammas kan jedhamu miti kanaaf nutis xiyyeeffaannoo keenya jala gaalchuun kan barbaachiseef ,

Maatii ni Ijaara jenne itti yaadne irraatti kan qophoofne YAADA Ogeessoota Xiin-Sammuu dhimma kanaarratti muuxaannoo waggaa dheera qaban waliin isiniif dhiheessina.. Nu Hordoofa.

Odeeffannoo Dabalataaf

Yaadaafi gaaffii keessan nuuf ergaa

Ammumaa Nu quunnamuuf

Yaada qabdan hunduuma nuuf qooduu hin dagatiina, Kaarrii keenya Torban guutuu banaa dha

error: Content is protected !!